STATE OF WASHINGTON DEPARTMENT OF SOCIAL AND HEALTH SERVICES DIVISION OF CHILD SUPPORT (DCS)

Gaaffii Irra Deebbii ajaja Ijoollee Child Support Order Review Request

tiif KAN ERGAMUURF:

LAKK.DHIMMAA:

GUYYAA:

Odeeffannoo Sagantaa Damee deggersa Ijoollee (DCS) Akka inni foyya’uuf yookiin sirratuuf (Jijjiramuuf) ajaja deggersa ijoollee gaffataniittu. gochuufiis filannoo lama qabdu. 1. Ajaja keessan mana murtitti foyyesuuf sanadoota kessan qabadhaa. Kanas gama bakka bu’aatiin yookiin mataa kessaniin hojjechuun nii danda’ama. 2. Ajaja keessan DCSiin akka irra deebi’ee ilaaluuf gaaffadhaa. . DCSiin kana bakka buusuu yookiin tajaajila gorsaa isiiniif yookiin qaama biroof ajaja keessaniin hin keennu. b. Odeeffnnoo keessan DCS iin nii ilaalaa (1) Ajajnii keessan yoo ulaagaalee hoo xiqqaate hin guutu ta’ee DCSiin waan kanarra caalaa hin hojjetu. (2) Yoo ajajnii keessan ulaagaalee ilaalchaa kana hin guutani ta’eef, DCSiin dhimma kana gara bakka bu’aa raawwataa dhimmichaa gama waajjiraatiin yookiin gargaarsa ijoollee garabirootiin (Akkataa barbaadameen) sirreeffamaafi harreeffamaaf kan hin guutne ta’eef yoo xiqaate kan tguutamu malan: (a) DCS iin teessoo armaan gadii ajajaan qaqqabamuuf tessoo odeeffaanoo hojjetu qabaachuu (b) Steetiin Waashingitaanii garee lamaanuu ajajaaf kan ta’uu seerummaa qabachuun nii mala (c) Yoo xiqaate waggaan sadii edda hangi deggersa rawwatamee booddee jiraachuu kan maluu yeroo ta’uu haala kanarratti yoo xiqqaateef jijjiramnii jiruu mullachuu mala. Yoo sababii maatiin waliin jiraatee hin guddisne hidhamnaan keessa deebiyanii ilaaluun kan gaafatame ta’ ulaagaan kun hin barbaachisu. (d) Deggerssi waliigalaa ajaja jiruu yoo xiqqateef parsantaa 15 akka gubbarratti hangaan mullateen bu’uura Washington State Child Support Schedule fi hanga jijjiiraa deggersaa jiruu innii haraan. Yoo sababii maatiin waliin jiraatee hin guddisne hidhamnaan keessa deebiyanii ilaaluun kan gaafatame ta’e ulaagaan kun hin barbaachisu. (e) Hangi waliigalaa innii jiraatu jijjirama isaa ilaalchisee kan $ 2,400.00 ta’uu mala. HUB: Ulaagaleen lamaan gajjalatti dhiyyatan lamaan yeroo ajajjnii hin gaaffatamneetti kan ijoolleetif haguggii inshuuraansii ijooleef ittiin laatamu ta’a. Yoo ijoolleen galmeeffaman degeersa hawwaasumaa yookiin gargarsa meedikaala barbaadaniif seeronnii armaan gadii kna nrawwatamanii ta’. 1. DCS iin atatamaanii ajajwwanii kana ji’oota 35 tti harressuu nii gaggeessa. Yoo maatiin bira jiraatee hin guddifne kan hidhame ta’e DCSn baatiiwwan 35 dursee ajaja deggarsa keetii keessa deebiyee ilaaluu mala. 2. Gargaarasa DCS ii alatti harreesuuf yookiin sirreessuf yoo barbaaddaniif, Yookiin waajjira bakka bu’aa abukaatoottii DCS tti akkuma Ademsa Steetii Washiingtaniitti qabameen gargaarsi ijoolee nii kennama. Yoo DCS iin akka ajaja keessan ilaaluuf barbaaddaniif, Foormii kana guttuudhaan fuula 2 fii 3 uunka kanaa nii deebiistu.

CHILD SUPPORT ORDER REVIEW REQUEST Page 1 DSHS 09-741 OM (REV. 07/2019) Oromo STATE OF WASHINGTON DEPARTMENT OF SOCIAL AND HEALTH SERVICES DIVISION OF CHILD SUPPORT (DCS)

Gaaffii Irra Deebbii ajaja Ijoollee Child Support Order Review Request MAQAA GAAFATAA: LAKK. DHIMMAA:

Qajeelfama Yoo DCSiin akka dhiimma keessan ilaaluu barbadaniif, jdhimmota foyyeesuuf, yookiin sirreessuuf, unka kana gaffii keessaniif fayyadamaa. Mallattoo keessaniin alatti, deebbii keessan maxxansaa. Cuquliisa yookiin gurracha qofaa fayyadamaa. Mallateessaa ti unka barbaachisaa ta’an DCS tiif akka fuulla 3 irratti ibsameen guutaatii deebisaa. Yoo dhaabtaa gargaarsa ijoollee taataniif, unka kana bakka bu’oon aangoo qaban irratti mallatteessuu qabuu. Unka armaan gadii kana guutaatii deebisaa. 1. Fuula 2 fi 3 unka kanaa. 2. Sagantaa hojii gargaarsa ijoollee waashingtaanii (Kan cufame). Bakka meeshalee manaa kunneen gutaa. DCS iin odeeffanoo Faayinaansii qaamolee bioroo sassabuuf nii yaala. 3. Tumaalee Faayinaansii (Kan cufame). Odeeffanoo kana unka kanarrtti yoo ajaja mana murtii qabaataniif qofaa guutaa. 4. Unka Odeeffannoo ofitti amanamummaa (Kan cufame). Odeeffanoo kana unka kanarrtti yoo ajaja mana murtii qabaataniif qofaa guutaa. 5. Oddeeffannoo ofitti amanamummaa itti fuufe (Kan cufame) unka (kan cufame) yoo ijoollee lama ol qabaataniif. Odeeffanoo kana unka kanarrtti yoo ajaja mana murtii qabaataniif qofaa guutaa. Sanadoota asiin gadii wal qabsiisaa. Yoo sanadoota kan hin qabdan ta’eef, maliif akka ta’ee ibsaatii wal qabsiisaa. 1. Kaffaltii taaksii federaalaa yeroo dhumaatiif si’a lama tasifamanii walqabsiisaa. 2. Kooppii kaffaltii yeroo dhumaaniis akkanuma. DCS Yookiin dhimmoota mana murtiitiif yookiin sanadoota DCS gama bakka bu’oo abukaattotaatiin yeroo barbaachisaa ta’eetti deggersa keessaniif sanadoota wal jiijiira. 1. Qaamni garabiraan deggersa keessaniif jecha odeeffannoo keessan gama faayinaansiitiin ilaaluuf mirga nii qaba. 2. Odeeffannoo eenyummeessaa keessanii dhabasiisuudhhaan (Teessoo, guyyaa dhalootaa, lakk.Seekuriitii) sanadootaa gara DCS tti erguun duratti mirkaneessa.

Anii akka DCSiin foyya’iinsa yookiin sirreeffama kana ilaaluu nan barbaada. (Saanduqoota armaan gadii ilallaatii dhimmota keessan itti gurracheessaa). 1. Galiinkoo jijjiirammeera. 2. Galiin biroo warren garabiroo jijjirameera. 3. Yoo xiqqateef ijooleen dhimma kootiin walqabatan, a. Man adda addaatti jiraachuu. b. Mana jiraachuu yookiin mana barnootaa deemuu dhiisuu. 4. Ajaja kootiin gaaffiin wabii fayyaa dabalmuu nii mala. 5. Anii nam qaama miidhamaadhaa, kan dhaabaan hundeeffamee dha. 6. Garbiroo (Hikkoo kennaa):

CHILD SUPPORT ORDER REVIEW REQUEST Page 2 DSHS 09-741 OM (REV. 07/2019) Oromo Anii akk arman gadiittii naaf galeera waliifiis galeera. 1. Yoon DCS tiif Odeeffannoowwan barbaachisoo ta’an hin kenniin hafeef DCS iin deebii naaf hin keennu. 2. Dhimmoota deggersaa ijoleettiin qofaa kan walqabatee DCS iin kan dhimmootakoo ilaalufii sirreesuu akasumas kan wabii ijnshuuraansii fayya kenuu ta’uu isaa nan beeka. Dhimmoota jijjiiraa tursaa ijoolee akkasumas dowwannaa ilallchisee manni murtii ajaj inii late irra deebi’ee ilaaluuf aangoo hin qabuu. 3. Deggersa ijoollee jajjabeessuuf, foyyeessuufyookiin haarresuuf odeeffannootti fayyadama. a. Dhimmoota kanaaf qofaa DCSiin qaama mit mootumma wajjiin odeeffannoo waljijiira. b. Akaa bu’uura seeraa Federaalaatiin qofaa DCSiin odeeffannowwan gadidhiisuudhaan nii fayyadamaa. c. Odeffannoowaan biro dhimmotaa ofittii amanmuummaa ilaalchisee DCSii gaaffachuun nii dandaa’ama. 4. Gaaffii keenya eedda gamaagamnee booddee, DCSiin Bakka bu’aa aangoo qabuuf dhimmoota seeraatiin walqabatee nii dabarsa. a. DCSiin Oddeefaannoowaan fuulla 3 sadii irratti jiran hundaa nii argata. b. Dhimmi koo sirreeffamaafi gaaffilee jiraan hundaa nii quunnama. HUB: DCSiin qaama aangoo bakka bu’iinsaa qabuuf akka himmanaan gaggeeffamuuf nii tassisa. 5. Yoo ajajnii koo seerota barbaachiisoo ta’an hin guutne akataa keennaa murtii seeraa mana murtiitiif gama bakka bu’aa sraatiin DCiin itti gaffatamuumaa isaa kan deggersa ijoolee irratti taasifamuu hin fudhatu. 6. Yoo himanaatiin himataan akka deggersa ajajaa harreessuu yookiin sirreessuu barbaadeef, guyyaan jijiiraa kammiiyyuu kan jalqabuu fi jiijjiraan kamiyyuu kan taasifamuu guyyaa dhimmi kun mana murtitti ajaajnii itti kennamee abbaan seeraa mallatteesseen boodeedha. Abban seeraas guyyaa itti jalqabhuu kana nii murteessa. 7. Ajajnii harreefftyameefi sirreeffamee deggersa kaffaltii gadi anaan akk godhamuuf nii taasifama. 8. Man murtii kun akka ajaja mana murtii kanaa sirreessuuf foyyeessuu danda’uu gama kootiiin hubbbannoo gahaa qaba.

GUYYAA MALLATTOO WARRAA PARENT’S SIGNATURE

GUYYAA MALLATTOO WARRAA BAKKA BU’OOTAA

MAQAA WARRAA BAKKA BU’OO MAXXANFFAMEE

DIVISION OF CHILD SUPPORT PO BOX 11520 TACOMA 98411-5520 Wajjiin bakka waamichaa Alaan bakka waamichaa Tajajaiilli TTY/TDD dhagahuuf yookiin hasawaafillee banaadha. Web site keenyaa: www.dshs.wa.gov/dcs daawwadha.

Halla sagantaa hojjii dhabbta kanatiin walqabatee namnii kamiiiyyuu sanyii, bifa, lamuummaa, amantaa,fi kornayaatiin akkasumas umriitiiin walqabatee loogiin irratti hin rawwatamuu. Yoo gaafatameef uunkii kun haala filmaata garabiraa qabuun nii qophaa’a.

For Child Support Agency Use Only (Ejanhsii deggersa ijooletiif qofaa) AGENCY REPRESENTATIVE’S SIGNATURE DATE

AGENCY P.. BOX OR STREET ADDRESS CITY STATE ZIP CODE

CHILD SUPPORT ORDER REVIEW REQUEST Page 3 DSHS 09-741 OM (REV. 07/2019) Oromo