Feed the FutureResearch Innovation Lab for Collaborative Research on Adapting Brief Livestock Systems Climate Change qaba. (Suuraa: Siyyum Tazarraa). jijjiirama akkaagarsiisan gochuuffilatamaadha. Hojii kanagalmaan gahuufuummannikutannoonhirmaachuu xiqqatu gochuunnidanda’ama. Hojiiwwan akkasiiyeroo gabaabaakeessattinaannoleeharoowwan jiran kunuunsuun laftiboollachuu hidhaagingilchaaqopheessuun,biyyeeRakkoon ittisuunii fi biqiloonniakkamargangochuun Yaaddan ’umsaa RB-20-2015 Oromifa garaagara taasisaijaare akkadaawwatanaffeeramaniiru. walga’iin mariikuneegaxumuurameen boodaakkahooteela Yaabellootti horsiisee-bulaan hojiileeittiinbulmaataisaa uummatumamataaisaati.Hirmaattotaaf akkadabalataattikandhiyaate humnakanqabugaruu haalota jijjiiruuf ibsameera. Bulchiinsi aadaafimootummaanadeemsakanakeessattigamtoominaanhojjechuu kanqaban yommuu ta’, lafni miidhameeture akkafooyya’u gochuu,fihojiileeittiinjireenyaa garaagara ta’an irratti akkaqaban hirmaachuu dhiyaate horsiisee-bultoonnilafaloondheedanhaalafooyya’aa ta’een kunuunsuu fibulchuueegaluukanqabanta’uu, imaammataa, seektara dhuunfaa,fidhaabbileenqorannoo kan irratti dha.Akkayaadaguduunfaattikan hirmaatan marii kanairratti namootnimiseensotahawaasahorsiisee-bulaata’an keessaadhufandubbiikantaasisan,garee qophii ittibarbaaduuakkadanda’uufhaala gahumsaqabuunfurmaata filannoowwan tarreessuu furmaataa dha. Walga’ii Muddee bara 2007irratti kanqabatedha.Kaayyooni walga’ii hirmaatanii mariikanaahawaasnirakkoolee kanneen Barreeffamni kunqabxiileewalga’ii 71GdinaBooranaa mariihorsiisee-bultootaahirmaattonni magaalaa Yaabellootti ta’uu isaatiifwantootamallattooleeta’an kanakkaboolla’uu, ciraan uwwisamuufibiyyeen haroo guutuunimul’ata. miseensota hawaasahorsiisee-bulaahedduuirratti cimaaadeemeera. Bakkeewwan loondheedanis hedduukanhubame baay’ee cimoota’an mudateera. Baay’inni yommuu ta’u, uummataafikanlooniiguddachaajiru hiyyummaanis Lafti olka’aa Booranaa Itiyoophiyaadhaaf barbaachisaakanta’ dha.Haa ta’u malee,naannookanarakkooleen Yaada Gabaaboo yommuu dallaanittiijaaramubiqiloonnikeessattiargamanhatattamaanfooyya’iinsa kanagarsiisanta’uu isaaniiti. Waggoota muraasadarbankeessattiwaantinutiqorannoodhaanbirageenye haroon uwwisabiqilootaahinqabne agarsiiseera; sababniisaasharoon soorataloonii,looniifiuummatabishaanwajjinkanwalqabsiisuwaanta’eef dha. dhugaatii uummataafihoriidhaaftajaajiluakkata’e ibsaniiru. Kunis akka caasaaharoo qorannukallattiinutti kan fayyadamneyommuu ta’u, isaaniswantoonniisaanhundacaalaattiakkarakkootti ilaalan hanqinabishaan qorachuu barbaanne.horsiisee-bultoonnihundacaalaattimaalakkabarbaadanbeekuufmalootahirmaachisaata’anitti yoo ta’e illee, toftalee soorata loonii hedduumminaan argachuu fi hoomishtummaa loonii guddisuu dandeessiisan barbaaduu eegale.Laftiolka’aan kunbaay’ina uummatairrajiraatuufiloondheedaniinhedduukanhubameejiru Systems toClimateChangejedhamurakkooleegurguddoolafaolka’aa Booranaattiuumamanilaalchiseefurmaata Bara 2004keessapirojaktiin keenya“pirojaktii kaloo” kansagantaadhaabbataUSAIDdeeggaramuufi Adapting Qorataa Muummee: Qorataa Itt-aanaa Muummee: Damissaachew Taaddalaa (hunduuInistiitiyuutii QorannooQonnaaOromiyaa -OARI irraa) Wal-deeggartoota: Mata-duree Pirojaktii: Dheeda Looniifooyyessuu fiHojjaa addaaddaahojjechuuqabu. Jiruuf-jireenyiBooranni Ifaa akkata’u Boru haalakunuunsaLafa Bu’aalee Marii Horsiisee-bultootaa Itti-fufiinsummaa ilaalchisee: Feed theFuture Innovation LabforCollaborative Research onAdapting Livestock Systems toClimateChange Siyyum Tazarraa (Kubbaaniyaa MARIL)fiBadhaasaa Eebbaa, Jaldeessaa Dooyyoo, Darajjee Tashoomaa, fi Salamoon Dastaa (Kubbaaniyyaa MARIL)fiD.LayineeKooppook (Yuunivarsitii Isteetii Utaa) Horsiisee-bultummaa Itti-fufiinsa Qabu Dirree BooranaaIrratti: Akka-dhiyeenya CaasaaleeHaaraa Tasfaayee Alamuu(Inistiitiyuutii QorannooQonnaaOromiyaa-OARI) Colorado State University Fort Collins,CO80523-1644 www.LCCCRSP.org July 2015

Kanaan walqabatee margi yabbuu ta’ee margu haamamee looniif kennuu yokaan jabbileen akka dheedan gochuun tajaajilarra oola. Kana malees, biqiloonni jiraachuun isaanii biyyeen dhiqamee gara harootti seenuun haroo guutu akka xiqqatu gochuun sadarkaan qulqullina bishaanii akka fooyya’u taasisu. Loon haroo dallaan itti ijaarame keessaa bishaan dhuguuf kallattii looniif qophaa’een akka seenan gochuun bakka kana akka loon hin mancaasne to’annoo taasisuun ta’. Lafa biyyeen irraa dhiqamee boollate kunuunsuufis hidhaa shiboo gingilchaatti fayyadamuun akka biyyeen guutaa adeemu gochuun filatamaa ta’a.

Adeemsa qorannoo garabiraa keessattis, horsiisee-bultoonni lafa kunuunsuu ilaalchisee haala dheedinsa margaa to’achuun barbaachisaa ta’uu isaa irratti hubannoo yoo kan qaban ta’an illee, kana hojiitti jijjiiruun garuu isaaniif rakkisa ta’uu isaa barannee jirra. Gosni loon garaagaraa waggaa waggaatti bakkeewwan itti soorata akka argatan isaaniif ramadaman kan qaban yommuu ta’u, adeemsa kanaan garuu biqiloonni bakkeewwan kanneen irratti argaman guutumaan guutuutti Hirmaattota walga’ii itti-fufiinsa horsiisee-bultootaa magaalaa Yaabellootti adeemsisamee ibsa ganama dhiyaate yommuu dhaggeeffatan. ni manca’u. Hanga margaa lafa irraa dheedamuu qabu ilaalchisee (Suuraa: Hojjetaa OARI). qajeelfamni ifatti kaa’ame hin jiru. Biyya Ameerikaatti qajeelfamoonni akkasii adeemsa to’annoo lafa margaa keessatti baay’ee murteessaa dha. sababni isaa akkaataa hirmaachisaa ta’een kan adeemsisame ta’uu isaati. Fakkeenyaaf, biyya Ameerikaatti lafa mootummaa feedalaraalaa jala Booranaatti bakkeewwan loon dheedan kunuunsuu fi to’achuun jiru ilalchisee yeroo waqtiin dheedinsaa xumuurutti marga lafa kana dhimma murteessaa yommuu ta’u sababni isaas bakkeewwan kunniin irra jiru keessaa dhibbeentaa 30 hanga 50 kan ta’u laficha irratti hafuun hubamuun isaanii itti-fufiinsa horsiisee-bultummaa garafuulduraa kan dirqama dha. sodaachise waan ta’eef dha.

Kana malees, horsiisee-bultoonni dhimma isaanitti rakkoo uume Obbo Jaldeessaa Dooyyoo, Yaabellootti Saayintistii Qorannoo garabiraas ibsaniiru. Innis, nammoonni hedduun hiyyeessa t’aa Horsiisee-bultummaa fi Qonnaa fi Horsiisee-bultummaa Inistiitiyuutii yommuu deeman namoonni baay’ee xiqqoo ykn muraasa ta’an qofaan Qorannoo Qonnaa Oromiyaa kan ta’an, argannoowwan qorannoo badhaadhaa jiru. Horsiistotanni hedduu sooresa ta’an loon hedduu Pirojaktii Kaloo gaabaatti kan dhiyeessan yommuu ta’u, kana keessattis kanneen qaban waan ta’aniif margaa fi bishaan hedduu kan itti hojii kanaan dura tuqame kan kunuunsaa fi to’annoo naannoo haroo fayyadamu isaan muraasa kana dha. Itti-fayyadama lafa margaa ilaallatu irratti xiyyeeffannoo taasisaniiru. Kanatti aansuun, Obbo ilaalchisee horsiisee-bultoonni qabeenya hedduu qaban kan waliigalan Badhaasaa Eebbaa qajeelfamootaa fi hojiilee kunuunsaa fi to’annoo yoo ta’e malee qajeelfama haaraa labsuu fi hojiirra oolchuun rakkisaa kaloo loonii gaarii ta’ee fi hanga dheedichaa kan giddu-galeeffate irratti dha. dubbii taasisaniiru.

Qabxiileen kunniin hundi akka walga’ii marii qopheessinuu fi Dr. Waaqtolee Tikkii, Saayintistii pirojaktii qorannoo CHAINS argannoowwan qorannoo keenyaa tamsaasnu, lafa olka’aa Booranaatti jedhamuu –kan pirojaktii kaloo wajjin walfakkaataa ta’e- dhaabbata haala gara-fuulduraa ilaalchisee maal ta’uu akka qabu qooda- USAID tti sagantaa Adapting Livestock Systems to Climate Change fudhattoota wajjin akka yaada waljijiirru taasiseera. Walga’iin jedhamuun kan deeggaramuu, waa’ee rakkoo gabaa loonii ilaalchisee magaalaa Yaabellootti gamoo dhaabbata Inistiitiyuutii Qorannoo rakkoolee jiran irratti dubbii taasisaniiru. Horsiisee-bultoonni gatii Qonnaa Oromiyaa (OARI) keessatti kan gaggeessame yommuu ta’u gaariin gurgurtaa loonii ykn horii ilaalchisee duraan-durssanii hirmaattonni garaagaraa: ogeeyyii imaammata baasan, horsiisee- tarkaanfiiwwan fudhachuu qaban sirriitti xiinxaluu kan qaban yommuu bultoota, qorattootaa fi bakka-bu’oota sektara dhuunfaa irratti ta’u, hanga horiin huqqatanii gatiin isaanii gadi kufutti eeguu hin argamanii dubbii taasisaniiru. Dhaggeeffatoonni hojjetoota dhaabbilee qaban. Hanqinni tajaajila liqii al-idilee ta’e jiraachuun isaas gabaa horii mootummaa fi miti-mootummaa naannichatti argamanis irratti wantoota dhiibbaa uuman keessaa isa tokko dha. Hoomisha hirmaataniiru. Sagantaa dubbii yookaan haasawaatti aansee garee fooyyessuudhaaf kunuunsi lafaaf taasisamus cimuu qaba. Horsiisee- gareedhaan qoodamuun mariin taasisameera. Walga’ichi Afaan bultoonni qabeeyyii ta’anii fi miseensonni bulchiinsa aadaa kana Oromootiin kan gaggeessame ture. Gabaasni kun qabxiilee walga’ii raawwachuuf fandii barbaachisaa ta’ee fi humna namaa qindeessuu kanaa ijoo ta’an gabaabaatti kan keessatti dhiyaate dha. ilaalchisee deeggarsa kennuu ni danda’uu?

Dubbattoota Kabajamoo Obbo Huseen Galgaloo, miseenssa Mana Maree Riippaabiliikii Feedaraalawaa Diimookiraatawaa Itiyoophiyaa, Sagantichi kan eegalame eebba Abbaa Gadaa Guyyoo Gobbaatiin dha. barbaachisummaa misooma horii ykn loonii irratti haasawaa Kanatti aansee, Inistiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa, Finfinnee taasisaniiru. Dubbii isaanii keessattis hanqina tajaajila liqii wajjin irraa kan dhufan Dr. Asaffaa Ta’aa fi Dr. Tasfaayee Alamuu dubbii walqabatee rakkoolee jiran, barbaachisummaa waliigaltee kontiraataa gochuun walga’icha bananiiru. Barbaachisummaan walga’ichaa hojiirra oolchuu fi rakkoolee gama dhibeewwan looniitiin jiran dhimma jala-muramee ykn cimsamee kaassame dha. Qorannoon tuqaniiru. Pirojaktii Kaloo tiin adeemsisame adda kan ture yommuu ta’u innis Obbo Tasfaayee Dachaasaa, Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Damee isaan irratti hirkachuu hin qabnu. Mootummaan tajaajiloota ummataa Yaabellootti Maanaajara kan ta’an, caasaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa nuuf dhiyeessuu ni danda’a; haa ta’u malee, kallattii jireenya keenyaa fi tajaajiloota kennaman irratti ibsa kennaniiru. Naannoowwan to’achuun gahee keenya dha. Xumuura irrattis oduu durii waa’ee baadiyyaatti Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa hubannoo cimsuu fi “namichaa fi simbirroo” kaasuun dubbii isaanii xumuuraniiru. Yaadi qusannoo jajjabeessuu irratti xiyyeeffata. Ummanni faayidaalee oduu durii kanaas gorsa dhagahuu qabna, qabeenya qabnu qusannoo fi nageenyummaa maallaqa qusannoo Baankii Daldalaa ogummaadhaan itti-fayyadamuu qabna, akkasumas jijjiirama fooyya’aa Itiyoophiyaatti qabanii ilaalchisee hubannoo akka qabaatu sagantaan fiduuf tattaaffii gochuu qabna kan jedhu dha. Waa’ee issa darbee barsiisuu akka walga’u gochuun murteessaa dha. Horsiisee-bultoonni gaabbuun hin barbaachisu. filannoowwan adda addaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa gama maallaqaatiin jirutti tajaajilamuu akka danda’aniif qabeenya horii ykn Gareewwan Marii loon isaanii gosaan hedduummessuu qabu. Gogiinsi yommuu uumamu qabeenyi horii sodaa cimaa jala kan jiraatu ta’a. Baankii Daldalaa Qaxiilee ijoo ta’an lama: to’annoo fi kunuunsa bakkeewwan kaloo horii Itiyoophiyaa tajaajiloota baankii adda ta’e dubartootaaf, dhiirotaa fi fi gabaa loonii irratti marii gaggeessuudhaaf hirmaattonni gareewwan dargaggootaaf kennu jajjabeessaa jira. afur uuman. Qaxiileen marii kana keessatti ka’anis akka armaan gadiitti gabaabbinaan dhiyaataniiru. Obbo Charii Korbeessaa, dura-ta’aa horsiisee-bultoota naannoo kan To’annoo fi kunuunsa bakkeewwan dheedicha margaa sirrii ta’e – ta’an, waa’ee jijjiirama jiruuf-jireenya isaanii irratti ibsa kennaniiru. soorata loonii fayyadamuu kan jedhu yaada haarawaa dabalatee - Ummanni Booranaa rakkoolee yeroo ammaa jiran sirriitti ni hubata jedhaniiru. Horsiisee-bultoonni sodaa fi yaaddoo waan gara- sadarkaa reeraa fi dheedaatti kan hojiirra oolan ta’a. adeemsi kunis fuulduraatti uumamuu heedduu keessa jiraatu. Horsiisee-bultoonni dhaabbilee aadaatiin gaggeessamuu mala. Mootummaan adeemsa qabeenya isaanii kan ta’e horii irratti kan hundaa’e dhabaa jiru. Obboon hojiirra oolchuu keessatti deeggarsa gochuu ni danda’a. kun akka jedhanitti, jiruuf-jireenya isaanii gosaan hedduummessuu Haalota gufuu ta’an: barbaachisummaa sochii loonii, dhaabbanni kan jalqabaan waggoota muraasaan dura eegalaniitu dha. Kaappitaala bulchiinsaa aadaan ture laafaa dhufuu isaa, akkaataan qubannaa bifa looniitiin qabanis fayyadamuun manneen kiraadhaaf oolan mijataa ta’uu dhiisuu, qotiinsi lafaa fi kaloof daangessuun ijaaraniiru akkasumas hooteela magaalaa Yaabelloo keessatti babal’achaa dhufuu isaa, miseensonni hawaasichaa muraasni ijaarrataniiru. Sababa jijjiirama kanaatiinis galiin isaanii hedduu qajeelfamoota jiran kabajuu dhiisuu isaanii, ciraa ciruu, lafti dabalee jira. Qabeenya horii fi invastimantii adda ta’e wal-makaan boollachuu kan jedhan dha. Haala gabaa yeroo ammaa jiruun hojjechuun isaanii tarkaanfii sirrii akka ta’e ibsaniiru. loon gurguruun lakkoofsa loonii hir’isuun barbaachisaa ta’a. Abbaa Gadaa Guyyoo Gobbaa yeroo ammaatti ummata Booranaa Lakkoofsi loonii haala lafaa yeroo ammaa jiru wajjin kan walsimate bulchaa jiranis hirmaattota walga’ichaa baga nagayaan dhftan jechuun ta’uu mala. Horsiisee-bultoonni faayidaalee loon yeroo sirrii simatan. Qaxiilee hanga ammaatti ka’an cimsuun hawaasni kun daandii gurguruu ilaalchisee barumsa argachuu qabu. Miseensonni qaxxaamura irra jira jedhan. Kana malees, rakkoo jijjiirama qilleensaa hawaasichaa loon hedduu qaban baay’ina loon isaanii sadarkaa cimsanii kan kaasan yommuu ta’u, rakkoon kun roobni akka xiqqatuu hawaasicha gidduutti fudhatamummaa qabutti sirreessuu qabu. fi waqtiin isaas tilmaamuuf rakkisaa akka ta’u kan taasise ta’uu isaa Bakkeewwan qotiisaaf oolan lafa kaloo ykn dheedichaa qabachuu kaasaniiru. Baay’inni ummataa fi loonii hedduu kan dabale ta’uun isaa hin qaban. ibsameera. Haalli garafuulduraa hedduu sodaachisaa dha. Gaallii fi reetiin lubbuun jiraachuu yoo danda’an illee loonii fi hoolonni garuu jiraachuuf hin danda’an. Akkaataa qabeenya horii qabnu itti- fayyadamnu ilaalchisee hubannoo cimaa qabaachuu qabna jedhaniiru. Akkasumas gatii gaarii ta’e argachuuf akka dandeenyuuf akkaataa horii gabaadhaaf itti dhiyeessinu ilaalchisees ogeeyyii ta’uu qabna jedhaniiru. Jiruuf-jireenya keenya horii qofaa irratti hundaa’es gosaan hedduummessuudhaan jiruuwwan kanneen garabiraa wajjin waliin qindeessuun barbaachisaa ta’a. Bakkeewwan loon dheedan to’achuun naannoo kunuunsuu qabna. Hojiiwwan kanaan walfakkaataan hanga ammaatti hojjetaman milkaa’uu isaanii arginee jirra jedhan. Booranni milkaa’uudhaaf horii isaanii gurguruuf carraalee amansiisaa fi itti- fufiinsa qabu argachuu qaba. Gabaa horii fooyyesuudhaaf mootummaa fi dhaabbileen miti-mootummaa ummata Booran deeggaruu malu. Bakkeewwan olka’oo Booranaa Kaabaa-giddu-galaatti tti rakkoon lafti Obbo Nuuraa Didaa , Dura-ta’aan Waldaa Horsiisee-bultoota boollachuu waggoota kudhan darban keessatti hedduu kan mul’atu Oromiyaas qabxiileen isaan durssanii kaasan rakkoolee bakkeewwan ta’eera. Rakkoon biyyeen dhiqamuun lafti boollachuu kan uumame margaa ykn kaloo horii miidhamuu, jijjiirama qilleensaa, hiyyummaa waggoota dheeraaf haala hin malleen margi dheedamuu isaatiin dha. fi sodaa uummanni haalota gara-fuulduraa ilaalchisee qabu wajjin Barsiifanni haala fooyya’aan bakkeewwan kaloo to’achuu fi kunuunsuu walqabatanii fi kan ifatti mul’atan dha jedhaniiru. Tarkaanfiiwwan cimsamee raawwatamuu ni qaba. Loon gabaatti gurguruun dhiibbaa barbaachisoo ta’an nuti ofii keenyaan fudhachuu qabna jedhaniiru. gama kanaan uumamu salphisuuf toftaa gargaaru dha. (Suuraa: Briyeen Mootummaa fi dhaabbilee miti-mootummaa kana akka nuuf hojjetan E. Noortan). Carraalee: bakkeewwan kaloo bal’inaan jiraachuu isaanii, Haasawaa eega taasisaniin booda amala rirmaa fi jijjiirama jiruuf- dhaabbilee aadaa cimsuuf kaka’umsaa fi fedhiin cimaa ta’e jireenya horsiisee-bultummaa walqabsiisanii gorsa kennaniiru. Rirmi jiraachuu isaa, akkaataa qubannaa uummataa ilaalchisee jijjiirama tuqaa isaa ni ijaarrata. Yommuu kan inni ijaare diigamus garabiraa gochuuf yaaddan jiran, fedhiin aannanii fi foonii bitattoota biyya ijaara. Haaluma walfakkaataan horsiisee-bultoonni haalli jiruuf- keessaa fi kanneen biraa guddaa ta’uu isaa. Dhaabbilee aadaa jireenya kan durii yommuu jigu haaraa ijaaruu malu. Milkaa’ina cimsuun kan danda’amu qajeelfamoota ittiin bulmaataa haarawaa barbaadame fiduun kan danda’amu jiruuf-jireenya qabeenya looniitiin labsuun dandeettii tarkaanfii fudhachuu cimsuun dha. ala ta’an garabiraa loon horiisuu wajjin walcinaa eegaluun dha. Dhaabbileen aadaa caasaa mootummaa deeggaruu ni danda’u. caasaaleen mootummaas dhaabbileen aadaa qajeelfamoota ittiin Obbo Areeroo Galgaloo, manguddoo hawaasa horsiisee-bultootaa bulmaataa baasan hojiira oolchuu akka danda’an deeggarsa gochuu umuriin isaanii waggaa 82 ta’e, itti aansuun yaada kan kennan yommuu ni danda’a. ta’u: “ …. Yaaddan ani dhagayaa jiru hedduun jaaladhe jira… lakkoofsi loon kiyyaa hedduummatanii ana jireenya kiyya cabsani… gosa jiruuf- Gabaan loonii yookaan gurgurri horii dhimma xiyyeeffannoo jireenyaa hedduummeessuun kan milkaa’u yoo taa’e misooma mana barbaadu isa garabiraa dha. Baay’ina yookaan lakkoofsa loonii jireenyaatiif lafa argachuun barbaachisaa dha….” Jedhaniiru. to’achuudhaaf dandeettiin loon gurguruu dhimma murteessaa dha. Gabaan loonii hedduu kan jijijjiiramu waan ta’eef haalli kun Aadde Tuni Karaarsaa fi Aadde Dammaa Boruudubartoota immoo adeemsa karooraa kan gufachiisu dha. walga’icha hirmaatan shan keessatti argamu. Akka isaan jedhanitti: “nuti hundi keenya yaaddan kanneen irratti hubannoo walfakkaataa ni Haalota gufuu ta’an: hanqina odeeffannoo haala gabaa, horsiisee- qabna…..waan haarawaa eegaluuf sodaa qabaachuun keenya rakkoo isa bultoonni yommuu loon gurguran filannoo sirrii hin taane tokko dha…..rakkoolee qabeenyaa yeroo amma jiran keessaa hedduun filachuu isaanii, gurguraa fi bitataa gidduu walitti-dhufeenyi isaanii kan uumaman sababa miseensonni hawaasaa muraasa ta’an hanga kallattiinii xiqqaa ta’uu isaa dabalata. Argamni tajaajila liqii al- maluun olitti itti fayyadamaniif dha…” Kana malees, dubartooni idilee xiqqaa dha; loon dhibeen qabamanis hin gurguraman. kunniin akka jedhanitti: “waggoota muraasaan dura hiyyeeyyii turre; Barsiifanni aadaa akka horsiisee-bultoonni muraasni loon baay’ee isaan booda agruu jiruuf-jireenya keenya gosaan hedduummessuu hedduu ta’an qabatanii akka taa’an taasisu itti-fufiinsaan jiraachuun keenyaan yeroo ammaa milkoofnee jirra….namoonni loon hedduu qaban isaa rakkoo kan uumu dha. Rakkooleen ijoo ta’an garabiroon akka nuti beeknu ni jiru; isaan kunniin garuu jiruu garabiraa irratti waliigalaatti ogummaan hojii uumuu fi gabaa laafaa ta’uu isaa hirmaachuu irratti hin jiran. Kanaafuu barumsa argachuu qabu…. akkasumas beekumsi gama filannoo invastimantii hawaasni qabu jireenyi keenya itti fufuu kan danda’u jiruuf jireenya keenya gosaan yoo laafaa ta’uu isaati. Gosi loonii tokko-tokko tasumaa gabaa hin hedduummessine qofaa dha.” qaban- kanneen keessaa tokko sawwan dha. Obbo Abarraa Ayyalaa: bulchaa godinaa kan ta’an, garaagarummaa Carraalee: haalicha fooyyessuuf horsiisee-bultoota barsiisuu qotee-bultootaa fi horsiisee-bultoota gidduu jiru irratti dubbii irrratti kan xiyyeeffatame ta’uu isaa. taasisaniiru. “Qotee-bultoonnii fi horsiisee-bultoonni lamaan isaanii iyyuu hoomisha hoomishan ni qabu; garuu, qotee-bultoonni akkamitti Yaada Cuunfaa akka hoomishanii fi hoomisha isaanii akkamitti akka itti fayyadaman ilaalchisee ogummaa ni qabu….garaagarummaan kana gidduutti Qaxiilee akka cuunfaa yaaddan armaan olii akka armaan gadiitti hubachuu dandeenyu magaalaan Haagaramaariyaam (gara Kaabaatti dhiyaataniiru: (1) to’annoo bakkeewwan kaloo ykn dheedichaa km 100) magalaa Yaabelloo wajjin walbira qabamee yommuu ilaalamu ilaalchisee jijjiramni dhufuu qaba; (2) soorata loonii haala barbaachisuun hangam akka jijjiirama fide hubachuun ni danda’ama. Garaagarummaan kunuunsuudhaaf toftaa marsaan dheeduu hojiirra oolchuun kun kan uumame uummati Haaragamaariyaam keessa jiru baadiyyaa barbaachisaa dha; (3) bakkeewwan kaloo daangessaman dhuunfaan iirra dhufanii misooma magaalaa irratti hirmaannaa gochuuf kutannoo kan qabataman osoo hin taane miseensi hawaasichaa hunduu akka itti cimaa qabaachuu isaaniitiin dha…. Qabeenyi isaan qaban kan fayyadamu taasisuu; (4) ijaarsi haroo haaraa kan adeemsisamu eega uummanni Booran qabu irraa caalee miti….. mootummaan naannoo hawaasni, dhaabbileen mootummaa fi dhaabbileen miti-mootummaa walga’ii guyyoota shaniif turu horsiisee-bultootaa godinaalee Booranaa mirkaneessaniin booda qofaa ta’uu mala; (5) dhaabbileen mootummaa hunda irrraa walitti qabuuf kafoorfatee jira; walga’iin kunis uummata fi miti-mootummaa gabaa loonii fooyyessuu fi horsiisee-bultootaaf gidduutti adeemsa qabeenya cimsachuu fi misoomaa irratti kan xiyyeeffate barumsa kennuu iiratti deeggarsa gochuu qabu; (6) akkasumas dha….misooma magaalaa keessatti akka gumaacha gootan cimseen isisn dhaabbileen mootummaa fi miti-mootummaa haala argama tajaajila gaafadha…..mana jireenyaa akka ijaarrattan lafa liiziidhaan isiniif ni liqii fooyyessuu fi daldala loonii ilaalchisee haalota jiran fooyyessuu kennina.” keessatti deeggarsa gochuu qabu; (7) dhaabbileen mootummaa fi miti- mootummaa ogummaa hojii uumuu fi to’annoo hojiiwwan daldalaa xixiqqaa irratti barumsa hawaasaaf kennuu irratti xiyyeeffachuu qabu; (8) walga’iiwwan marii walfakkaataa qopheessuu kan jedhan dha. Daawwii Walga’iin Boodaa

Guyyaa lammaffaa irratti hirmaattonni hooteela magaalaa Yaabelloo keessati argamuu “Hoteela Horsiisee-bultootaa” jedhamee beekamuu fi qabeenyummaan isaa kan Obbo Charii Korbeessaa ta’etti walgahan. Kitaabolee Dabalataan Dubbisaaf:

Coppock, D.L., S. Tezera, B. Eba, J. Doyo, D Tadele, D. Teshome, . Husein, and M. Guru. 2014(a). Preliminary results from participatory Rural Appraisals (PRAs) and follow-up investigations held at four Pastoral Associations on the North-central Borana Plateau, Ethiopia. Department of Environment and Society; Utah University, Logan, Utah, USA. 54 pp. ENVS Faculty Publications Paper 902. http://digitalcommons.usu.edu/ envs_facpub/902

Coppock, D.L., S. Tezera, B. Eba, J. Doyo, D Tadele, D. Teshome, N. Husein, and M. Guru. 2014(b). Sustainable pastoralism in Ethiopia: Preliminary results from participatory community assassements on the North-central Borana Plateau. Research Brief -16-2014, Feed the Future- Adapting Livestock Systems to Climate Change, Colorado State University, Fort Collins, CO, USA. 4 pp. http://lcccrsp.org/wp-content/ uploads/2011/02/RB-16-2014.pdf

Forrest, B., D. Bailey, R. Ward, and D.L. Coppock. 2014. Can bush-clearing, deffered grazing, or camels help mitigate climate-change and population effects for Borana pastoralists? An economic analysis of potential internventions. Research Brief-19-2014, Feed the Future- Adapting Livestock Systems to Climate Change, Colorado State University, Fort Collins, CO, USA. 4 pp. http://lcccrsp.org/wp-content/uploads/2011/02/ RB-19-2014.pdf

Galata: barreessitoonni barreefama kanaa namoota walga’ii kana hirmaatanii yaada isaanii hiraniif galata galchuu barbaadu. Maxxansi kun kan milkaa’e deeggarsa dhaabbata USAID tti, Biiroo Guddina Dinagdee, Qonna fi Daldalaa karaa sagantaa Adapting Livestock Systems to Climate Change jedhamuun Lak. Gargaarsaa EEM-A-00-10-00001 jalatti kennameen dha. Yaaddan kana keessatti ka’an hunduu kan barreessitootaa yommuu ta’u dirqama yaada Ejensii Deeggarsa Misooma Intarnaashinaalii Ameerikaa yookaan kan mootummaa Ameerikaa calaqqisiisu ta’uu dhiisuu ni danda’a.

Horsiisee-bultummaa Itti-fufaa Bakkeewwan Olka’oo Booranaatti: Akka-dhiyeenya Caasaalee Haraa

Qorataa Muummee: D. Layne Coppoock, Yuunvaristii Isteetii Utaa

Pirojaktiin kun kan xiyyeeffate qorannoo fi yaalii lafaa fi loon ilaalchisee hojiiwwan hojjetamanii fi caasaa horsiisee-bultummaa Booranaa gara haala itti-fufiinsa qabutti jijjiiruu irratti dha. Hojiiwwan kunniin gosa horsiisa loonii hedduummessuu, hoomisha soorata loonii fooyyessuu, akkaataa to’annoo qabeenya waliinii irratti jijjiirama fiduu, akkasumas gosa jiruuf-jireenya horsiisee-bultootaa hedduummessuu irratti kan xiyyeeffatan dha. Qaamoleen gamtoominaan qooda fudhatan: Yuunvaristii Isteetii Utaa, Inistiitiyuutii Qrannoo Qonnaa Oromiyaa (OARI), Kubbaaniyyaa MARIL jedhamu, fi kanneen biraa kan hammatu yommuu ta’u kaayyoon pirojaktichaa akka galma gahu gahee gama isaanii taphataniiru..

Feed the Future Innovation Lab for Collaborative Research on Adapting Livestock Systems to Climate Change is dedicated to catalyzing and coordinating research that improves the livelihoods of livestock producers affected by climate change by reducing vulnerability and increasing adaptive capacity.

This publication was made possible through support provided by the Bureau for Economic Growth, Agriculture, and Trade, U.S. Agency for International Development, under the terms of Grant . EEM-A-00-10-00001. The opinions expressed herein are those of the authors and do not necessarily reflect the views of the U.S. Agency for International Development or the U.S. government.