Oromo

Manneen Barnoota Ummataa Aanaa Siyaatil EEyyama Deemicha Diree Guyyaatiif warri/Guddisaan Kenne Qajeelcha: Hojjataaf: 1) Deemicha yeroo tokkootiif guuca tokko qofa fayyadami. 2) Guuca ga’ee mana barumsaa fulla 1ffaa irratti guuti. 3) Guuca tokko mataa barataatiin baay’isi. 4) Akka warrii fi barataan mallatteessan guuca manatti erggi. 5) Yeroo deemicha barnoota dirree, guucni mallatteeffame oriijinaaliin isaa nama garee gaggeessu harkatti qabamuu kan irra jiru yoo , gargalchi isaa immoo galmee mana barumsaa kessatti hafuu qaba.

Barataadhaaf: 1) “Waliigaltee Barataa” fuula 1ffaa irratti guuti.

Warri/Guddisaan, Barataan ummurii 18 gad yoo ta’, ykn ummuriin isaa 18 yoo ta’e: 1) Kutaa “Eeyyamaa fi hubannoo rakkoo qaqqabuu danda’u” ilaalatu kan fuula 2ffaa irra jiru guuti. 2) Kutaa “Eeyyama wal’aansaa fuula 2ffaa irra jiru guuti.

Maqaa Mana Barumsaa: Maqaa Barataa :

Guyaa Deemicha Diree: Bakkee Deeman:

Kaayyoo Deemichaa:

Hojiiwwan raawwataman:

To’annaa: (tokko filadhu) Barattoonni nama gudda wajjin deemeen ’annaan yeroo hunda bakeetti taasifamaaf. Barattoonni nama gudda wajjin deemeen to’annaan yeroo hunda bakeetti ni taasifamaaf kan armaan gadii ala:

Haala Geejibaa: (kan ilaalatu hunda filadhu.) □ Miillaan deemuu □ Otoobisa m/b □ Otoobisa Magaalaa □ Kanbiroo ______

Bakkee barattoonni irraa ’an: ______Sa’ ______. (Bakkee) (yeroo)

Bakkee baratoonni itti deebi’an______gara ’a ______. (Bakkee) (yeroo) Hojjataa To’annaaf barattoota wajjin deemu: ______.

Reeshiyoo hojjataa to’atuu fi barataa: ______(Reeshiyoo ol’aanaa kan K-5, 10:1; MANA BARUMSAATIINMANA KAN GUUTAMU Reeshiyoo ol’aanaa kan Kutaalee 5+, 15:1)

Waligaltee Barataa

Yeroon deemicha dirree kana irratti hirmaadhu, ani bakka bu’aa Manneen barnoota Ummataa Siyaatilii fi ummataa mana barumsaa kootii ta’uu kiyya hubadheera. While participating in this field trip, understand I will be a representative of SPS and my school community. Haalli itti waliin galame hojii irra ooluu isaatiifi amala gaarii agarsiisuu fi seeraawwan manneen barnoota ummataa siyaatil amalawwan dhowwaa ta’a hunda hubadhee jira.

______KAN GUUTAMU BARATAADHAAN Mallattoo Barataa Guyyaa

Oromo Rakkoo qaqqabuu danda’u hubachuu fi mirkeneessuu Deemicha barnoota dirree kana irratti barataa koo hirmaachisuun dirqama akka hin taaneefi balaa tokko tokko qaqqabsiisuu akka danda’u hubadhee jira. Ibsa deemicha dirree kana akka fuula 1ffaa guuca kanaa irratti ibsametti dubbesse hubachuudhaan barataan kiyyaa akka hirmaatu eeyyameera.

Sagantaa deemicha dirree kanaa wajjin haala walhinqabanneen ykn yeroo to’annaa manneen barnoota Siyaatil ala jiruun barataa kiyyaa irratti rakkoo qaama ykn qabeeya irratti qaqqabuu danda’u hundaaf itti gaafatamummaa guutuu fudhadhee jira. Haala deemicha diree barataaa kiyyaatinn kan walqabateen idea gaafatamu kam iyyuu kanfaluuf ykn bakka buusuuf waliigalee jira.

Hirmaannaan deemichi dirree qabeenya mana barumsaatiin ala kan taasifamu ijaa ta’eef manneen barnoota siyaatil ykn hojjattoonni haala ykn itti fayyadamina meeshaa mana barumsaa ala jiru kanaaf itti gaafatamummaa akka hin qabne hubadhee jira.

Barataan kiyyaa yeroo to’annaa manneen barnoota anaa siyaatil kessa hin jirreef manneen barnootichaa akka barataa kiyyaaf itti gaafatamummaa hin qabne hubadhee jira. Kana ilaalchisse fuula 1ffaa irratti bakka “To’annaa” jedhutti ibsameera.

Haala seera manneen barnoota siyaatil mirgaa fi dirqama barataa jedhu dubbisuudhaan seera jiru kabajuuf murteewwan barsiisaa, hojjataa ykn ittigaafatamtootaan darban hojii irra oolchuuf waliigalee jira. Manneen barnoota ummataa aanaa siyaatilI seeraa fi waliigaltee kana hojii irra oolchuuf akka mirga qabu hubadhee waliigaleera. Barataan kiyyaa seera jiruu kabajuu dhiisuu isaatiin ykn sababa kam iyyuu kan fedhii barattoota hundaa eeguu kabajuuf jecha,manneen barnoota ummataa aanichaa barataa kiyya deemicha irraa hanbisuun kisaaraa kiyyaan ykn qarshiin deebi’uu otoo

hin jirree manatti deebisuu kan danda’u ta’uu isaa hubadhee waligaleera. Dabalataanis namoonni sagantaa kana gaggeessan nageenya barattootaaf jecha sagantaa kana hambisuu ni danda’u.

Eeyyama Yaalaa

Barataan kiyyaa qaamnii fi sammuun isaa nagaa ta’uu isaatii fi kan rakkoo fayyaa ykn kan qaamaa deemicha kana irratti hirmaachuu isa dhoowwu kam iyyuu akka hin jirree ni mirkaneessa.

Barataan kiyyaa qorichi fayyadamu kam iyyuu yoo jiraate yeroo deemicha irratti hirmaatu akka fayyadamuu danda’uf manneen barnoota umataa siyaatiliif ibsuudhaaf waliigalee jira.

Yeroo dhukkubni cimaa ta’e barataa kiyya qunname ykn balaan tokko irra ga’e yaalli hatattamaa akka taasifamuu fi danda’u mallattoo kiyyaan waliigaltee kiyya ni beeksisa. Ogeessa mana yaala ilaalchisuun kan gorfamu yoo ta’e. Itti dabaluunis hojjattoonni diree wajjin deeman bakka kiyyaa ta’uudhaan mana yaalichaa akka seensisiisan ykn baasan eeyyama kenneefii jira.

Muuchaan kiyyaa yeroo diree deemichaa kana qoricha kam iyyuu hin barbaadu.

Mucaan kiyyaa yeroo dirree deemichaa kana qorichaa ni barbaada.

Qoricha kan barbaadu yoo ta’e bakka armaan gaditti maqaa qorichichaaf halla itti kennamu ibsi. Qorchich yeroo hunda kan hin kennamneef yoo ta’e yeroo kam ykn maaltu yeroo itti dhagayame akka fudhatu ibsi.

Barataan ummurii 18 ol yoo ta’e kan armaan gadii dubbifamee barataadhaan mallatteefamuu qaba. Umuriin koo waggaa 18 ol ta’uu isaa ni mirkenessa. Waliigaltee armaan olitti caqasame dubbisee naaf galeera, akkasumas seera ibsame hunda fudhadhee ittin buluuf mirkaneessee jira.

______Mallattoo Barataa Guyyaa Barataan ummurii 18 gad yoo ta’e kan armaan gadii dubbifamee warraan malatteeffamuu qaba.

WARRA/GUDDISAA BARATAATIIN KAN GUUTAMU Ani warra/guddisaa barataa ta’uu kootiif waliigaltee armaan olitti caqasame sirriitti dubisee kan naaf galeefi seericha hojii irra oolchuuf maqaa kiyyaa fi maqaa barataa kiyyaatiin ni mirkaneessa.

Barataan kiyyaa______akka deemicha dirree kana irratti hirmaatu eeyyama kennee jira. (Barataa) ______Mallattoo warraa/guddisaa Guyyaa

Barataan, yoo xiqqaate umurii 18 yoo ta’e ykn warri/guddisaan odeeffannoo armaan gadii guutuu qabu:

Maqaa kan duraa fi kan dhumaa: ______

Teessoo: ______

Bilbila: (Moobaayilal) ______(Kan manaa)______(Kan hojii) ______

Namni yeroo balaa waamamu maqaa duraa fi kan dhumaa: ______

Firummaa barataa wajjin qabu: ______

Lakkobsa Bilbilaa kan yeroo balaa: ______